Madda suuraa, Ministry of Foreign Affairs of Ethiopia/Yemaanee G/mesqel Itoophiyaan yaada ulaa galaanaa argachuu jedhuun Eertiraa irratti ''waraana labsaa jirti'' jechuun Ministirri Odeeffannoo ...
Paartileen sagal humnoota federaalistii ofiin jedhan Ameerikaa magaalaa Waashingitan DCtti tokkummaa uummachuun waliigaltee walii mallatteessaniiru. Waraana Bilisummaa Oromoo-WBO fi TPLF dabalatee ...